AI Music

Dhugaa

Ramadan197ahmed
9/22/2026
Dhugaa

Dhugaa

Ramadan197ahmed

0:000:00

Lyrics

Yeroof malee soobni angoomuni  fakkaati 
Dhugaanu dhugaadha hin olu kafalchiisu gatii 2x
Jireenyi dhuga soba argamsisee
Sobbni jireenyisi dhugaa hurrisise
Ragaan cubuu dhugaa saalfachiseDhugaan haphachuudhaan soba fufurdise
Duroomuun sobaa dhugaa dhaba goonfachise
Bareeduun cubuu dhugaa fokisisee
Sobni calaqise dhugaa dukaneese
Ofumaan ofi dubachuun dhugaa calisiise
Hiyyumaan dhugaa soba niduroomse
Mataa gadi qaba sobaaf iddoosa lakkise
Sobnii angoomunsa dhugaa gabroomsise
Dhugaa doorsisisuun soobaaf ragaaf dhaabachise
qalatti malee hin cituu hanqisee
Dhugaan dhugumaa sobnis sobumaani
Garsisuuf jiraata inninu abbaani
Yeroof taati malee sobni angomuni
Dhugaanu dhugaadha haluu baha jeeynumaani
Dhugaa qabaachudha sobaan sinbaasu hoomaani
Violin
Sad
Male Voice
Hindustani

Create Your Own AI Music

Generate professional-quality music in minutes with aisong.io

Comments

Loading comments...