AI Music
Dhugaa
Ramadan197ahmed
9/22/2026

Dhugaa
Ramadan197ahmed
0:000:00
Lyrics
Yeroof malee soobni angoomuni fakkaati Dhugaanu dhugaadha hin olu kafalchiisu gatii 2x Jireenyi dhuga soba argamsisee Sobbni jireenyisi dhugaa hurrisise Ragaan cubuu dhugaa saalfachiseDhugaan haphachuudhaan soba fufurdise Duroomuun sobaa dhugaa dhaba goonfachise Bareeduun cubuu dhugaa fokisisee Sobni calaqise dhugaa dukaneese Ofumaan ofi dubachuun dhugaa calisiise Hiyyumaan dhugaa soba niduroomse Mataa gadi qaba sobaaf iddoosa lakkise Sobnii angoomunsa dhugaa gabroomsise Dhugaa doorsisisuun soobaaf ragaaf dhaabachise qalatti malee hin cituu hanqisee Dhugaan dhugumaa sobnis sobumaani Garsisuuf jiraata inninu abbaani Yeroof taati malee sobni angomuni Dhugaanu dhugaadha haluu baha jeeynumaani Dhugaa qabaachudha sobaan sinbaasu hoomaani
Violin
Sad
Male Voice
Hindustani
Comments
Loading comments...